Deuteronomy 23:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isani nyaapa keesaniti duultani, ka isani fulla iti qubattani jirtani, t'uri ch'ufa ufi ira d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa diina kee woraanu'uuf baate nafa kee waan hamaa maraa irraa eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diina keeti loliisaaf addee quttumaa keessa yennaa jirtu, waan battii mara irraa ifi eegadhu.