Deuteronomy 24:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isani nama d'ibi woergiftani, mana isaa seentani woya inni qabdo isanii kennu infud'atina;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa goshoo keetii waa liqeessite waan liqaa saniitiif waa jalaa qabachu'uuf mana isaa hin seenin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan tokko namaaf yennaa liqeessitu, qaddii irraa fudhatiisaaf mana isaa hin seenin.