Deuteronomy 24:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama hiyyeesa isani hojattu ka gosa teesani yokhaani nama gosa d'ibi ka dira keesani keesa tau taanaani, waan inni sila isani ira argachu male d'owartani indabsina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Nama Israa'elii yoo ta'e, yookaan qachoota biyya keetii keessaa qachaa tokkotti dhalataa biyya biraa achitti hiyyeessaa fi rakkataa ta'ee ka laallamu nama kamiinuu hin saamin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati obboleeyyan teeti nama Israa'elii keessaa yookiin alagaa lafa teeti keessa qachoota keeti keessa le'u keessaa, nama hiyyeessa rakkataa qaxaramee huju hin cunqursin.