Deuteronomy 24:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaabad'a, aka isani duri lafa Misiriti tisse taatani, ammalle aka AABBO Waaqi achii isani baase: Tanaafi anini arra seera kana isanii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati biyya Misirii keessa garbicha akka turte Rabbi Waandhi kee akka achii si baase yaadi; kanaafuu waan kana akka gootuuf ani si ajajeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atille biyya Gibxi'ii keessatti garba teeteertuun, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti bilisa akka si baase qaabadhu. Tanaaf ani akka ati tana gootuuf si ajaje.