Deuteronomy 24:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja mid'aani galfatani, ammo ka gari oobruti isani ira hafani ka hafe suni iti deebitani infud'atina, keessumafi, ilmaani hiyyeeyitifi nad'eeni hiyyeeyiti lakisa, aka AABBO Waaqi keesani, waan isani tolchitani ch'ufa keesa, isani eebisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa midhaan kee haamattee qixiraa qonna keessatti yoo irraanfattee biraa lixxe, san fuudhu'uuf uf irra hin deebi'in; Rabbi Waandhi kee hujii harka keetii maraa akka sii eebbisuuf galaa isinitti galee jiraatu, ijoollee maatii hin qabne, hiyyeessaa fi haadha hiyyeessaatii dhiisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan keeti fichaa keeti keessaa haammattee yennaa galfattu, laddee fichaa keessatti deete fudhatiisaaf, duubatti hin deebi'in; Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti hujii harka keetii akka eebbisuuf, laddeen sun alaga'aaf, ijoollee haadhaa fi abbaa hin qannee fi haadhotii hiyyeessaatiif teetuu ti.