Deuteronomy 24:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma jirtani aka isani duri lafa Misiriti tisse taatani inded'ina; tanaafi anini arra seera kana isanii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati biyya Misirii keessatti garbicha akka turte yaadi; kanaafuu waan kana akka gootuuf ani si ajajeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atille biyya Gibxi'ii keessatti garba akka teeteertu qaabadhu. Tanaaf ani akka ati tana gootu si ajaje.