Deuteronomy 24:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama woergiftani, d'akha daakhu qabdo ira infud'atina. Yo iraa fuutani ya worra suni waan worri sagaleeni mid'aafatu d'owaitani ijeeftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Nama tokkoof hennaa waan tokko liqeessite waan itti liqeessite saniif qabdii dhagaa daaku'uu yookaan majjee jalaa hin fudhatin; kana godhuun kee akka waan jireenna isaa akka qabdi'iititti qabatteetitti laakkayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuu namaa fudhatiisa waan te'eef, daakuu yookiin ilmaachuu qaddii hin fudhatin.