Deuteronomy 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ukuba hama aka qomaat'a yo fuutani, waan qaaloleeni gosa Lawi tolcha isaniini jette tolcha, jabeesa; akuma anini worrani jed'e, jabaad'a tolcha
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan dhukkuba gogaa kukkutuu, waan gadoonni Leewwotaa si barsiisan maraa raawwattee akka eedduu fi raawwattu uf eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo dhukkuba goga'aa farrisiisa'aa, waan Lewwooti hayyooti si ajaje mara akka dansaa ifi eegadhu. Ati Waan ani isaan ajaje akka dansaa eegatuu qadda.