Deuteronomy 25:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gosa Israeli keesa, worra isaa worra namicha kobe ira baasani kaani jed'ani yaamani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'eliin biratti maqaan isaa ‹maatii mana nama kopheen irraa mulqamee› jedhamee haa waamamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Israa'elii keessatti maatiin isaa, «Maatii nama kopheen irraa mulqantee» jedhamanee hin beekkaman.