Deuteronomy 25:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ato nami lama ka d'iira woldidu, niitiini toko d'iirsa kalchaa d'ufte namicha kaani nafa saala qabde,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namoonni lamaan yoo wol lolan haati manaa ka tokkichaa abbaa worraa ufii gargaartee dhaluu namicha abbaa worraa isi'ii dhaya'aaruu san yoo qabde,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami lama yennaa wol lole, niitiin namicha tokkochaa, dhirsa ifiitii rogiisaaf, nama dhirsa isi'ii dhaanu san nafa isaa ka hilaa yoo qadde,