Deuteronomy 25:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan biimitani ch'ufa d'uga gula biima aka lafa AABBO Waaqi keesani isanii kennu keesati guyyaani keesani d'eeratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namni waan kana godhu, namni waan badaa Rabbii Waaqa ufii afo'otti hojjatu Rabbiin afo'otti jibbamaa waan ta'eef lafa Rabbi Waandhi kee sii kenne irratti umuriin kee akka dheeratu Rabbii Waaqa kee afo'otti madaala dhuga'aa qabaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu keessa bara dheeraa akka leetuuf, madaalli'ii fi meya ittiin safaranu ka sirrii te'ee fi addatamaa qabaadhu.