Deuteronomy 25:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sunini Waaqa insodaanne, tanaafi worri dudda duubani, ka isani dad'abi injirre, isani had'e, nama yau dad'abe isani jalaa hafe fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaan worra Rabbiin hin sodaanne waan ta'aniif karaa irratti si morman; atillee dadhabdee worra dadhabanii siin maayessa hafan maraa balaa itti buusan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ati karaa irratti dadhaddee gaggadde, worra dadhabee duubatti hafe mara ijjeesane. Isaan Waaqalle hin sodaanne.