Deuteronomy 25:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi duuba eegi AABBO Waaqi keesani lafa ch'ufa isanii kenne, nyaapa isaani d'aatu jiru ch'ufa isani dura baase, lafa nagaya tolche, jabaad'a, worra gosa Amaleki ch'ufa hobaasa, aka deebiani maqa worra nami lafa irati inqaabanne. Dubbi tana inded'ina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu lafa Rabbi Waandhi kee akka ati dhaaltuuf sii kenne irratti diintota si marsu maraa irraa Rabbi Waandhi kee hennaa hara si baafachiisee worra Amaaleeqii lafa irraa balleessuu sirima hin irraanfatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti lafa sii kennu keessatti, diinota adaala keetii mara irraa yennaa si foorfachiisu, yaadannoo Amaaleqootaa ta isaan lafa irraa qabanu mara balleessi. Ijjumaa hin dedhin.