Deuteronomy 25:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba namicha wollaala iti murani, yo inni ule male, jaarsi dubbi mure kaani ufi durati gadi ch'ibsise garaa lafati gombise nama d'iibiini, D'aana jed'a. Haguma wollaala isaa gula isa d'aanu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namni yakka uume sun tuma'aan akka adabamu gara'aan lafa irra ciibsanii dudda isaa akka tuman abbaan murti'ii haa ajaju; laakkobsi tuma'aa ka murtaayu haga yakka hojjateetiin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba nami yakkaamessi sun ka dhaanamu'uu male yoo te'e, abbaan mura'aa lafatti isa irkisuu ti; laakkossi dhaanamiisa isaa akka yakkaa isaatitti addee abbaan mura'aa jirutti te'uu ti.