Deuteronomy 25:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi qara isiini d'altu ka d'iirsa isii ka due taha, aka gosa Israeli keesa maqa isaa badu d'owani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
maqaan nama du'ee sun Israa'eliin keessaa akka hin banne finna hangafa dhalatu maqaa obboleessa isaa ka du'eetiin haa waamamuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan obboleessa du'ee Israa'el keessaa akka hin banne, ilmi angafi isiin deettu maqaa obboleessa du'e saniitiin waamamuu ti.