Deuteronomy 26:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi lafa AABBO Waaqi keesani isanii kennu fud'attani iti qubattani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lafa Rabbi Waandhi kee sii kennutti yoo galte;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akka ati dhaaltu sii kennutti galtee, qabattee isii keessa yennaa leetu,