Deuteronomy 26:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna sadeeso ch'ufa, mid'aani argattani ch'ufa kud'ani keesa toko worra gosa Lawi fa, worra gosa teesani intahinifa, ilmaani hiyyeeyifa, nad'eeni hiyyeeyifa keenna, aka fulla nami jiru ch'ufati nyaatani quufani. Eegi waan kana tolchitani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Woggaa sadeesso'oo ka kurneessoo kee itti baaftutti sanyii kee ka duraa maraa hennaa baaftee raawwatte worra Leewwi'ii, galaa si woliin jiraatu, worra hiyyeessaatii fi haadha hiyyeessaa maruu akka nyaatanii quufan isaanii kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati woggaa sadeesso'oo, ta kudhan keessaa tokko kennanutti, midhaan galfatte keessaa kudhan keessaa tokko mara adda baatteen duuba, Lewwooti, alagaan, ijoolleen haadhaa fi abbaa hin qannee fi haadhotiin hiyyeessaa nyaatanee akka quufanu isaaniif kenni.