Deuteronomy 26:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu gaafa bone taka qooda suni inyaanne yokhaani mana keenna keesaale taka infuune, gaafa qulqullo intahini; ammalle nu taka nama due jenne qooda suni keesa fuune d'ibaayu imbaamne. Nu ya dubbi AABBO Waaqa keenna ch'aqamne. Nu waan atini tolchi nuuni jette ch'ufa ya tolchine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gaddaallee ani isa irraa womaa hin nyaanne; battummaa kiyya irraa qulqullaayu'uuf isa irraa womaa hin baafne; ani dubbii Rabbii Waaqa kiyyaa waan dhagaye maraa godheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gadda du'aa keessa qooda woyyichaa san irraa hin nyaanne yookiin akka aadaa dhugeeffanna'aatitti yennaa qulqulluu hin te'initti isa irraa hin fuune yookiin isa irraa worra du'eef hin kennine; ani Mootii Waan Maraa Waaqa kiyyaaf ajajameera. Waan inni na ajaje mara muummesseera.