Deuteronomy 26:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arra AABBO Waaqi keesani seerafi aada tana ch'ufa guuta isaaniini jed'a: tanaafi garaa keesani ch'ufaani jabeesa guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi kee seeraa fi murtii kana akka eeddee raawwaatuuf si ajajeera; atillee onnee kee guutu'uu fi qalbii kee guutu'uun eegii raawwadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adha Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti seerataa fi seera isaa akka eegattu si ajaja; tanaaf gadhaa keeti tokkochaa fi lubbuu teeti takkatti'iin ajaja isaa mara akka dansaa eegadhu.