Deuteronomy 26:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arra ya AABBO Waaqa keenna jettani himattani; ammalle nu ya AABBO Waaqa gula yaane, seerafi aada isaa guunne, dubbi isa gula yaane jettani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka karaa isaa deemtu seera, ajajaa fi murtii isaa akka eeddu jecha isaallee akka dhageettu Rabbi Waandhi kee akka Waaqa ta'e adha mirkaneessiteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akka te'e, karaa isaa akka ideentu, seerata isaa, ajajjaa fi seera isaa eegatiisaaf, isaafille ajamiisaaf adha dubbatteerta.