Deuteronomy 26:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arra AABBO Waaqi ya gumi ufii isani tolfate, akuma inni duri kakhate; ammalle inni, seera kiyya ch'ufa guuta isaniini jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf akka abdii Rabbi sii kenneetitti ati banii isaatii fi qabeenna isaa akka taatu, ajaja isaa maraa akka eeddu; banii isaa akka taatu, jecha isaallee akka dhageettu Rabbi Waandhi kee Waaqa akka ta'e si beessiseera; yoo ati kana goote banii ufii uume maraa keessaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akkuma waadaa sii galetti, ati kolbaa isaa, qabeenna isaa ka addaa akka teete, ajaja isa maralle akka eegattu adha dubbateera.