Deuteronomy 26:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gosa d'ibi ch'ufa, ta inni uume ira isani guddisa, isanileeni isa faarsitani maqa isaa guddiftani. Ammalle, akuma inni kakhate, isani gumi qulqullo AABBO Waaqa keesani taatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
galata, maqa'aa fi ulfinna maraanuu akka ol si qabu akkuma ufii dubbate ati Rabbii Waaqa keetiif banii woyyuu akka taatu adha sitti himeera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa ta dade mara keessaa leellisaan, maqa'aa fi ulfinnaan ol akka si aansu, akkuma waadaa galetti, Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif, kolbaa woyyittii akka teetu dubbateera.