Deuteronomy 26:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami keesani ch'ufti mid'aani qara inni muratu dadu keesa kaye, fulla AABBO Waaqi keesani fohate, ta iti kad'atani taani, ha geesuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa san irraa sanyii argattu maraa irraa kennaa kee ka duraa fuudhii keeshe'etti buusii gara hulee Rabbi Waandhi kee filatee fidi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
midhaan lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu irraa galfattu mara keessaa ka mata'aa fuudhiitii saaxaraa keessa keyiitii, gara addee Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti maqaan isaa akka itti waamamuuf filatuu dhaqi.