Deuteronomy 26:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallicha guyya suni huji harkaa qabu gara isaa d'aqa waan jettani, Nu arra AABBO Waaqa keennati himna, aka lafa inni ababoota teennati kakhate fud'anne iti qubanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara gadicha bara san jiruu dhaxxee, ‹Lafa Rabbi abboota keennaa kakatetti adha akka galle Rabbii Waaqa kee afo'otti adha sii mirkaneessa› jedhiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyicha yennaa san hujii irra jiruun, «Lafa Mootiin Waan Maraa, nuu kenniisaaf abbootii teennaaf kakate sanitti akka galle, ani adha Mootii Waan Maraa Waaqa keeti duratti lallaba» jedhi.