Deuteronomy 26:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Misiri waan hamtu nu tolche nu dabse tisse nu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri biyya Misirii garuu nu rakkisanii hujii ulfaataa nutti fe'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Gibxi'ii ammoo nu miidhanee, nu farrisiisanee, hujii hunnaa jajjadduu nu hujisiisane.