Deuteronomy 26:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nu AABBO Waaqa ababoota teennati bone, inni boha teenna d'agaye gaargalafi d'ibafi d'ipu teenna arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nullee gara Rabbii Waaqa abboota keennaa iyyanne; Rabbillee nuu dhagayee rakkoo keenna, dadhabbii keennaa fi miidhamuu keennallee argee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba nuuti gara Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii teennaa iyyinee, Mootiin Waan Maraa iyya teenna dhage'ee, farra teenna, dadhabbi'ii fi cunqurfama keenna dhagge.