Deuteronomy 26:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni harka isaa jabaani lafa Misiri keesaa nuu baase, waan mamatiifi ka mamisa tolche, nama sodaachise mudamsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
irree ufii jabaa guddaa sodaachisa'aan baasaa fi maalale'een biyya Misirii keessaa nu baasee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Waan Maraa hunna ifii guddo'oo fi jabeenna ifiitiin, hujii guddoo sodaachittu'uun, baasaa fi maade'een biyya Gibxi'ii keessaa nu baase.