Deuteronomy 26:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni arma lafa aananifi dammi aka lola yauni nu d'ufe nuu keenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafa tana ta aannanii fi damma baaftu nuu kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara addee tanaa nu fidee, biyya aananii fi dammaa tana nuu kenne.