Deuteronomy 27:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi dubbi isaa ch'aqasa, seerafi aada isaa, ta anini arra isanii kennu, guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kanaafuu ati adha dubbii Rabbii Waaqa keetiitii ajajami; ajajaa fi seera ani adha si ajaju maraa godhi» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif ajajamiisaan, ajajaa fi seerata ani adha si ajaju kana eegadhu» jedhe.