Deuteronomy 27:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi nama nad'eeni abbaa isaa barate isa ch'eerse ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
« ‹Namni haadha manaa abbaa ufiititti oole waan abbaa ufii fafeesseef ka abaarame haa ta'uu!› «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami niitii abbaa ifii haadiqqoo ifii woliin rafu, rifanoo abbaa ifii waan salphisuuf, ka abaarame te'uu ti. Kolbaan marti, «Ameen» jettuu ti.