Deuteronomy 27:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle ka isani galaana Yordani taakitani gama jirtani, d'akhaye taani gaara Ebali ira old'ad'aaba, akuma anini arra isaniini jed'e gula, ammalle d'ooba, lumut'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa laga Yoordaanosii ceete akkuma ani adha si ajaje dhagaa kanniin gaara Geebaalii irratti dhaabiitii nooraa dibi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laga Yordaanosii gamatti yennaa buute, akkuma ani adha si ajajetti dhakoota kana gaara Ebaalii irratti dhaabiitii nooraa itti dibi.