Deuteronomy 28:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani AABBO Waaqa keesani saalfattani seera isaa ka anini arra isanii kennu kana garaa tokooni jabeesitani, inni gosa d'ibi lafa keesa jirtu ch'ufa ira isani guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Jecha Rabbii Waaqa keetii yoo dhageettee ajaja ani adha si ajaje kanniin maraa eeddee amanamumma'aan yoo raawwatte Rabbi Waandhi kee orma lafa irra jiru maraa caalaa ol si qaba;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif yoo ajajante, ajajoota isaa ka ani adha si ajaju mara akka dansaa yoo eegatte, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti gosa biyya adda addaa ta biyya lafaa irra jirtu mara caalaa ol isin hin qaba.