Deuteronomy 28:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gochiti lafaa ch'ufti aka AABBO Waaqi, worri kunini kiyya jed'e isani fohate argite isani sodaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa ormi lafa irra jiraatu maruu akka maqaan Rabbii si irratti waamame arganii si sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan biyya lafaa duudiin, akka ati maqaa Mootii Waan Maraatiin waammante dhaggitee, si hin sodaatti.