Deuteronomy 28:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni bokaya gannaafi hagayya gubbaa isani bane, isani bad'aase, huji teesani ch'ufa eebisa. Duuba isani gosa heddu woi liqeesitani ammo namu iraa iliqefattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi rooba ufii lafa tee irratti henna'aan sii rooba, hujii harka keetii maraa sii eebbisa, galmee mishaa Sami'ii sii bana; sii rooba kanaaf ati orma baay'e'ee liqeessita; ati garuu eennuun irraallee hin liqeeffattu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa lafa teetiif bokkeya yenna'aan kenniisaan, hujii harka keetii eebbisiisaaf, galmee ifii dansaa, ol-gubbaa si'iif hin bana. Ati gosa biyya adda addaa heddu'uuf hin liqeessita malee, eennu irralle'ee hin liqeeffattu.