Deuteronomy 28:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gosa ch'ufa keesa eege isani intolchu ammo mata isani tolcha. Isani guyya tokole oldeemtani male gadi indeemtani, yo isani seera anini arra isani kennu kana jabeesitani guuttani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja Rabbii Waaqa keetii ka ani adha si ajaje kanniin irraa bita'aa fi mirga yoo jechuu baatte, isaanii sagadu'uuf gara waaqa tolfama'aa yoo deebi'uu baatte, Rabbi mataa si taasisa malee duuba si hin taasisu; ati hennaa maraa ol aanaa taata malee gadi aanaa hin taatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mataa si tolcha malee, eegee si hin tolchu; ajaja Mootii Waan Maraa ka Waaqa keetii ka ani adha si ajaju, akka dansaa yoo eegatte, ol guddatta malee, gad hin guddattu.