Deuteronomy 28:14 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle dubbi tana tokole mirgaafi bita iraa goru diddani yokhaani waaqa d'ibi inkad'anne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqota dhibii hordofiisaa fi isaan tajaajiliisaaf, ajaja ani adha si ajaju kana irraa gara middaa yookiin gara bita'aa hin gorin.