Deuteronomy 28:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo isani AABBO Waaqa keesani saalfachu diddani, seerafi aada isaa, ta anini arra isanii kennule jabeesitani guutuu diddani, abaarsi kunini ch'ufti isani d'aqabe isani qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Garuu jecha Rabbii Waaqa keetii yoo dhagawuu baattee ajajaa fi seera ani adha si ajaje kanniin maraa eeddee yoo hin raawwanne abaarsi kunniin maruu gara kee dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif ajajamuu diddee, ajajaa fi seerata ani adha si ajaju kana yoo eegatiisa dhadde, abaarsi asii gadii kun marti sitti dhufee si hin dhaqqaba: