Deuteronomy 28:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi harka nyaapa keesaniti isani kenne, nyaapi keesani isani dabsata. Isani qajeela toko d'uftani worra haatani, qajeela torba duraa baqattani, ammalle gochiti lafa ch'ufti, yo waan isani tolchani kana agarte, mudamte isani ira naati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi diina kee afo'otti si dhaya; karaa tokkoon isaanitti dhaxxa; karaa torbaan isaan jalaa dheessita; waan si irra gawuun mootonni biyya lafaa maruu nayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akka ati diina keeti duratti injifatantu hin godha. Karaa tokkoon isaan loliisaaf hin baata; karaa torbaan isaan duraa baqatta. Mootummoota biyya lafaa maratti waan hantuu nami dhaggee bararaqu hin teeta.