Deuteronomy 28:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi d'ulla isaniti buusa, akuma inni worra Misiri tolche, isani ch'itoftani, gillindooftani mimiyo guurtani fayyu dad'abdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi dhibee irraa hin fayyine madaa biyya Misirii, baccarro'oo fi shiftoo sitti fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dhukkuba ati irraa fayyuu hin dandeenne iita dhootu ta worra Gibxi'iitiin, iita hin dhoone, qanxo'oo fi hooxxo'oolle'een si hin dhowa.