Deuteronomy 28:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Looni keesani isani durati qalani, ammo fooni isaani inyaatani. Harre teesani, ato isani agartanu, isani duraa fud'atani, ammalle isanii indeebisani. Hooliye teesani nyaapa keesanii kennani nami isanii deebisu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horii kee uduu ati laaltu qalan; garuu ati hin nyaattu; harriin tee hunnaan si irraa fudhatan, sii hin deebisan; hoolota tee diintota keetii kennan namni isaan hambisu'uuf si gargaaru hin jiru;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loon keeti iluma teeti duratti hin qalaman; ati ammoo foon san ijjumaa hin dhandhamattu. Harree teeti iluma teeti duratti butatanee fudhatan; ammoo si'iif hin deebitu. Hooleen teeti diinota keetiif kennanti; nami isaan hamburiisaaf si qarqaaru hin jiraatu.