Deuteronomy 28:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato isani gartanu ilmaani teesani d'iirafi dubrale nyaapati gurgurani. Isani guyya ch'ufa ila baaftani aka ilmaani teesani isanii galtu eeddani, ammo inagartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uduma ijji tee argitu ijoolleen tee ta dhiiraatii fi ta intalaa worra ormaatii fi garboota akka ta'an kennaman akka waan ijoolleen tee sii deebituu duwwamatti isaan eegu'uuf ijji tee raatofti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen teeti ta dhiiraatii fi ta durraa adoo ati iluma teetiin ilaaltuu gosa biyya dhibi'iitiif hin kennaman. Guyyuma guyya'aan akka isaan deebi'anee dhufanu eegiisaan ilti teeti hin dadhaddi; garuu womaa godhiisa hin dandeettu.