Deuteronomy 28:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa isani imbeenneti mid'aani isanii iti gaargaltani qotattani isani iraa saame nyaata, ka nami hojja ch'ufa isani dabse aka hama isani gaargalchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daraaraa lafa keetii ka ati itti dadhabe maraa orma ati hin beennetu nyaata; hennaa maraa ati nama rakkata'aa fi ka dhiibamte taata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya ati hin beennee, midhaan lafa teetii ka ati itti elootte mara hin nyaatti; ati ammoo yennaa mara ka cunqurfantee bututtu qofa hin teeta.