Deuteronomy 28:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi isanifi hayyu keesani lafa nyaapa, ta isanifi ababooti teesani taka inargini, isani geesa; achiti isani waaqa mukhaafi d'akha iraa mid'aasani kad'attani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi si'i, mootummaa keetii fi abboota tee ta durii gara orma ati hin beennee dabarsee isaan fida; achitti waaqa tolfamaa mukaa fi dhagaa irraa tolfaman waaqeffattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa si'ii fi mootii keeti ka ati ifi irratti mootonfatte, gosa biyya adda addaa ta atii fi abbootiin teetille hin beennetti dabarsee si hin kenna. Achitti ati waaqota mukaa fi dhakaa irraa hujamane tajaajilta.