Deuteronomy 28:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa AABBO Waaqi iti isani geesuti, biyyiti isani ira rifate, isani goyeesite, isani tufati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Orma Rabbi dabarsee itti si kennu maraa keessatti nama naasu'uu, nama itti baldanii fi ka mammaakaa taata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa ta Mootiin Waan Maraa itti si galchu mara keessatti, waan dhagganee bararaqanu, ta mammaassaatii fi murgo'oo hin teeta.