Deuteronomy 28:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani mid'aani guddo lafati fach'aaftani ammo diqo murattani, wonti akanatiifi mid'aani keesani ch'ufa awaanisati balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Midhaan guddaa maasa'atti facaafatta, awwaannnifni waan si jalaa fixuuf midhaan diqqoo galfatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati sanyii midhaanii bacaa ficha'atti facaafatta, awwaannisi waan fixuuf, waan diqqoo qofa galfatta.