Deuteronomy 28:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ejersi lafa teesani ch'ufati baha, ammo d'ad'a ejersa tokole ira inargani, wonti akanatiifi mid'aani ch'ufti iraa jigani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
munni ejersaa biyya kee marattuu hin bayu waan daraaraan isaa irraa jiguuf sayitii ejersaa hin dibattu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa teeti keessa muka ejersaa addee maratti hin qabaatta; midhaan isaa waan irraa harca'uuf, zayitii ejersaa ta dibattu hin qabaattu.