Deuteronomy 28:44 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan isani liqeesu qaba, ammo isaani waan liqeesitani inqabdani. Worri mata keesani tahe, isani eege worra taatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni sii liqeessa ati garuu isaa hin liqeessitu; Inni afoo kee ta'a; ati garuu duuba isaa taata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sii hin liqeessa; ati ammoo isaaf hin liqeessitu. Inni mataa hin te'a; ati eegee hin teeta.