Deuteronomy 28:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani AABBO Waaqa keesani gammadafi qilit'amani hojachu diddaniifi, ka inni waan ch'ufa keesa isanii eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi guddisee waan maraa waan sii kenneef qanani'ii fi gammachu'uun waan hin waaqeffanneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa qananummaa teetii Mootii Waan Maraa Waaqa keeti gammadaa firinxiixaa waan hin tajaajiliniif,