Deuteronomy 28:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gosa isani afaani isii ind'ageenne muumme lafati isaniti erge, worri aka risa isani ira bua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra ati afaan isaanii hin beenne worra garjabeeyyii, worra jaarsa hin kabajjine, worra daa'imman hin hille, worra akka bajjaa bararan biyya fago'oo sitti fida;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gosa akka risaa gubba'aa gad xinniquu, ta afaan isaanii ati hin beenne, lafa fagoo qaccee biyya lafaa irraa sitti hin fida.