Deuteronomy 28:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dira lafa AABBO Waaqi isanii kennu kana marse had'e, d'akha jaba dira sunini marsani jaarani, ka isani abdattani, jissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dallawa biyya kee keessa jiran ka ati hedattu jajjaba'aa fi dhedheeraa qachoota keetii maraa marsanii si rakkisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dalleenni dhaka'aa dhedheeraan jabaan ati itti addattu haga jigutti, isaan qachoota lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu mara keessatti si hin marsan.